Nagaan Oromummaa hundaaf haa tahu Guyyaan WBO Amajiii 3 / 1

Nagaan Oromummaa hundaaf haa tahu Guyyaan WBO Amajiii 3 / 1/15 WB bodaa sa'aa 2.00 pm irraa egalee
bakkaa Ross reserve,Memorial drive,Noble park,3174 tii saganteeffame jiraa Guyyaa ulfaataa kanaan irratii
hoganotaa olanoodhan Haalaa yeroofi qabssoon Oromoo ittii jiruu ibsii bal'an ni kennamaa. gaafiif deebin
gabaabanis ni kessummefamaa. midhaginaa guyyaa kanaatifis Qophiin wallistotaa kenyaan qophaa'ees
sagantaale qabaman kessaa isatokkoo Kanaafuu misensii fi hawasin Oromoo _deegarttotini guyyaa kanaa
simannaa baraa haaraa 2015 injiifannoodhaf --- waliin akkaa simannuuf kabajaa guyyaa WBO waliin akkaa
kabjinnu waamichaa isiniif goonaa.
Injiffannoon ummataa Oromoof
Koree Konyaa ABO VIC