Oromo - Bundesamt für Migration und Flüchtlinge

Akkataa ajjajaa kutaa 14 keeyyata 1 fi kutaa 23 keeyyata 2 AsylG [Tartiiba Seeraa Godantotaa Biyyaa Jarman (German Asylum
Procedure Act)] – Ingliffaa(English)
Kutaa Ittigaafatammumaa:
BEEKSISA BAAY’EE BARBAACHISOO
(Akkataa ajjajaa kutaa 14 keeyyata 1 fi kutaa 23
keeyyata 2 AsylG)
Maqaa abbaa:
Maqaa itti waamamuu:
Guyyaa dhalootaa:
Lammii:
Galmee eeruu:
(Yeroo hundummaa ibsii)
Kabajamoo iyyataa eegumsaa,
Mootummaa ripablikaa fi federala ‘Germany’ irraa eegumsa mootummaa godantotaaf kenamun
fayyadamaa akka taatu balaa fi midhamni guddaa siratti ga’uun isaa akka hin olee sababoota
amansisaa wallin iyyatetaa.
Giddugala boqqonaa godantotaa eegumsaa mootummaa barbaacha waan iyyateef yoo baayyatee
ji’oota jahaaf jiraachaa jirtaa. Walduraa duba eegumsa godaandotaaf godhamuu iddoo kannatti
hojji irra gonkumaa hinoluu garuu ittigafatamummaa isaa damee wajjira ‘Bundesamt für Migration
und Flüchtlinge’ [Waajjira Federaalaa Godantotaa fi Kooluu-Galaa German (German Federal
Office for Migration and Refugees)].Guddugala boqqonnaa godantotaa keessa erga turte bodadha
murte tartiba eegumsa mootummaa irraa kenamuu kan siif rawwatamuu ta’aa. Jalqabum bakka
eegumsa qabuu fi miidhaa hinqabne irraa yoo dhufte Giddugala boqqonaa godantotaa eegumsaa
mootummaa keessatti hanga iyyanoon eegumsaaf galchite murteen siif kenamutti akka jirattu ni
dirqamtaa.
Maaloo Damee Waajjiraa
Bundesamt für Migration und Flüchtlinge dhunfaadhaan
gabaasaa,...........................................................................................................................................
..................................................................................................,yoom......................irraa................,
Iyyanoo eegumsaa mootummaa irraa gaafate galmesuuf.
Gaaffin eegumsa mootummaa irraa gaafatee fudhatam kan qabu iyyannoo sirnawaadhaan
dhihesuu yoo dandesee dha.
fuula 1 / 2
Akkataa ajjajaa kutaa 14 keeyyata 1 fi kutaa 23 keeyyata 2 AsylG [Tartiiba Seeraa Godantotaa Biyyaa Jarman (German Asylum
Procedure Act)] – Ingliffaa(English)
Damee Waajjiraa Bundesamt für Migration und Flüchtlinge dhunfaadhaan gabaasuuf ni dirqamtaa.
Yoo kana rawwatamee qofadha tartiiba eegumsa mootummaa godantotaaf godhamu kan siif
rawwatamuu. Murtee iyyanoo eegumsaaf dhihesitee haqan akka siif murta’uu carraa dhaga’amuu
qabda.
Yeroo iyyannoo kee gutuu heyyama jireenya tartiba eegumsa godantotaaf kenamu akka hojji irraa
oluu giddugala boqqonaa godantotaa eegumsaa mootummaa barbaadan keessa akka turtuu siif
heyyamaa.
Beellama kana irratti dirqama hirmachuu qabda ykn ittuu hinbarfatiin damee waajjira ‘Bundesamt
für Migration und Flüchtlinge’ ykn giddugala boqqonaa godantotaa yoo guyyaa beellamatti
hinargamne beeksisuu.
Yoo eegumsa mootummaa irraa barbaadun gaaffate damee waajjira ‘Bundesamt für
Migration und Flüchtlinge’ tti qaaman dhufun guyyaa beellamatti galma’ee yoo
hindandenyee tartiiba eegumsaa gonkumaa hin rawwatamu.
Ajjajaa kanaa har’aan fudhadhe.
Ajjajinii kun afaan............................................. har’aa hikkameraa akkasumas qabiyee isaa
hubachuu danda’eerra.
...................................................
iddoo
Guyyaa
.........................................................................................................
Mallatoo iyyataa ykn bakka bu’aa seera qabesa
fuula 2 / 2