By Habtamu Negashe Balcha Dec 25,2014 WAYYAANEE NACAQASSI Oromumaan keenyaan biya iraa baqanee. Yaka taka malee oromiyaa iraa fagaanee, Kino haga araa biyatti hindeebinee. Lami iraa addan baanne, Firaan addan banne, Olaan addan banne. Kino haga araa oromumaaf jeenne, Akka ilmaan shibiraa adunyaa iraa facaanne. Hayyottin oromo maaf biya baqattan, Baratton oromo maaf biya baqattan , Gotton oromo maaf biya baqattan? Maalifissi hidhaman, Maalifissi tumaman , Maalifissi ajeefaman? Biya keessa kan jiran? Mee yakka maal qaban? Biyyaa ofitif dubaachuu Mirgaa ofitiif falmachuu Mirgaa guutu qaban Akka aritani biyaatii nuu deebisaa Yookaan hin salphatan Qabsoon tokko katee lamuu adda hin cituu Boodaa hin raakatan Da’ii biyya kesaa biyaara aritaan Silaa maal barbadan,biyyaa waliin dhahuu Oromiyaa diguu kana kayyoo qabdan Oromiyaa diguu yomuu hin dandesaan Namaa bishan cunfee Nama aduu ilaale Maalif taasa xartaan Laaki nuura goraa bodaa hin gaabitaan Nuu gabrumaa hin feenu kanaa beeku qabdan(x2)
© Copyright 2024 ExpyDoc