SirnaQubeewwiinii - Initiative Africa

Sirna Qubeewwiinii
Adeemsa barsisuu hordofee muxannoowwan hiika heeduu qaban ogummaa
barbaaduu waan ta’eef daa’imman osoo hin dhiphatiin bashanaanaa kan
barataan sirna barumsaati
Duraa Dubaa Qubee qabatee beekuun yaada isaa ykn irra deddeebii isaa
salphaatti hubaachuuf hundee isaa ni gataa.
Hubannoo Sagaalee
Dudduubii barreeffama waliin wal-qunnaasiisuun hubannoo guddisuuf Afaan
mataa
isaatiin
jechootaan
kan
qoqqoodame
akka
ta’ee
jechoota
fi
sagaleewwanis wal fakkeenya akka qabu daa’imman hubaachuu qabu
Sirna Qubeewwani akkamitti gaabisuun danda’ama
-
Guyyaa Guyyaadhaan yaadannoowwan,kitaaboolee , barreeffamoota sayinsi
, oduu durii gaggabaaboo akkasumaas hojjiiwwaan naannootti kennama
irra deddeebi’uun barreessun sirna qubeewwaan gaabisuu
-
Gargaarummaa qubeewwani beekuudhaan qubeewwani akkami akka
ijaaramaan hubaachuudhaan itti fufaani barreeffaman yaalii gochuudha.
Daa’immaan sirna qubeewwani ijaaramaan irra deddeebi’aani barreessun
yaaluu qabu
-
Daa’imman qofa isaanii hojjeechu barachuu
Walitti dhuufeenya qubeewwani dhiyaatan irra deddeebiin kaartaawwan
jechoonni
irratti
barreeffaman
fayyadamuudhaan
bartooni
salphaati
jechicha karaa ittin hubataan umun
Sirna qubbeewwani Maala salphaa ta’een barsiisuu
-
Gabaatee
fayyadamun
guyyaa
guyyaadhaan
daa’imman
bifaa
bashanaanasiisuun daqiqaa 5 -10 dandeetti sirna qubeewwani barsiisuu
-
Daa’imman sirritti akka hubaataniif sirna
jechoota ,qubeewwani keessa
isaaniti akka qabaatuuf qubeewwani bocaamaan irra deddeebiin daqiqaa 24 agasiisuu
-
Baratooni wali gargaaruun irra deddeebii’ani qubeewwani argani
irra
deddeebiini kitaaboolee barumsa isaanii irratti akka barreessan gochuu
-
Afaan dubbii, afaan barreeffamatiif bu’uura waan ta’eef waliigala kutaatiif
ta’e tokko tokkoni barataatiif
akka barbaachisuu isaati yeroo yaaliiti
fakkaatti qubee kartooniidhaan ykn waraqaa irratti bocuu ni danda’ama
Haala Hojji Gabaatee
Gabaateen
sadarkaa
adda
addaatiin
galleessan
12x18 yoo ta’ee sirna
hojeetamu
ni
danda’a
gidduu
qubee ykn sadarka barumsa biroo
barsiisuuf gahaa ta’a .
Bartooni mirri kan kooti jedhu akka isaanitti dhaga’amuuf taasisuuf hojii
isaana irratti akka hir’matani gochuunsalpaatti akka hojetaan taasiisuu ni
danda’ama
Gabaatee gurchaa hojechuuf waantooni barbaachisan dhagaa gurchaa,
sanqaa , haalluu , burshii qalmaa itti dibaamuu fa’adha. Iddoo dhiyooti yoo
argame qalmaa raabisituu fayyadamun ni danda’ama. Sanqaan erga
dibaamee booda boroonqii dibuudhaan hojiin qixaa qabeessi calqabamu
duraa dibaamu qaba. Itti fufee boroonqiin gabaatee gurcha irra balleessuu
barbaachisa, gabatee gurchaa qulqulleessuuf baratooni kaalisii moofa
qabataani akka dhuufaan taasiisuu kunis dabalataan baratootaaf miraa
abbaa qabeenyummaa akka isaasni qabataanif adeemsa isaa ni cimsa.
Dabalatanis qalaani gabatee gurchaa fi dhagaan gurchi raasitootaati
argamu
Qubeewwan Walii Barsiisuu
Qubeewwan bayy’ee yeroo tokko barsiisuun waan hin danda’amneef qubee
tokko
yeroo
tokko
qofa
kennuu
barbaachisaa
fakkeenyaaf
(B)
barsiisuudhaaf barataan dursee (A) beekuu waan qabuuf durdubiini
murteessadha.
-
Gabatee gurchaa irratti bartoonni mursiin shakalaan dabalatan kanneen
biro immoo ciraacha irratti ykn waraqaa irratti barreessuun shakalaa
gochuu ni danda’u haala kanaan bartooni qubeedhaan ykn sagalee qubee,
maqaa isaanii ni shakaaluu. bukkeetis sagalee qubee umuudhaaf sochii
afaaani akkami akka fayyadamaanis akkasumaas qubeen malii akka bakka
bu’uu dabalatee ni shakaaluu
Fakkeenya B=
Burtukaan
Barattooni waa’ee qubeewwan barataani hubaannoo qaban gabiisuun qubee
sanaa ni barreessu kun kan ta’u barattoonni hundi irrattim hirmaachisuu
ykn barattoota sad ykn afurii iddoo tokkotti ramaduun ta’uu danda’a .
Barattoonnio gabatee gurraachatti akka fayyadaman erga beekani booda
barattoota afurii hanga kudhanii ramaduun gareedhaan akka
taasisuun barattoonni ramadaman daqiiqaa shani fi
hojjetan
sirna qubeewwanii
yeroo hojjetan barattootni kutaa immoo barreeffama biroo ni barreessu
afoolawwan, yaadannoowwani fi k.k. fi. ni barrssu
Duraaduuba qubeewwani ykn teessuma iddoo
Barattoonni qubeewwanii ka’umsa ykn dhumaa kamiin akka ta’an ni
gargaara.
Fkn jecha jaalala jedhu keessatti
Qubeen jalqabaa
J
Qubeen dhuma _________
___
La
 Jecha ni dhaga’u
Fkn “A” barsiisuuf jecha
Jedhu ni dhaga’u
 Jechicha iddoo tokkotti jedhuun
 Yeroo jechicha baasanitti sochin afaan isaani ni xiinxaalama ( jechicha kan
waamaman afaan bananituma afaan cufaniitu)
 Bartattoonni qubee calqabaa jechicha iddoo sirritti ni barreessu fkn
Jechoota Ijaarru
Barattoonni kan isaaniif kenname qubee abbaa miila lamaa fudhachuun
qubee calqabaa walitti qindeessuun ijaarsa jecha ni gaggeessa. (B,L,S,K,D)
Fakeenya
baala
saala
kaasaa
dallaa
f.k.k.f.
jechoota
barreessuuf
barattoonni gabatee isaanii iddoo afuritti qooda achiis obsaa ni dhaga’u
 Jechicha gamtaadhaan ni waamu C: -C: te
 Hima ni ijaaru
 Ykn baallii ciccite jechicha irra deebii ni waamu
 Jecha jedhame ni barreessu dogoggora isa akka barbaachisumma isaatti ni
sirreessuu
 Haala kanaan kan ijaaraman jechoota afur bu’uura kanaan erga hojjenneen
booda isaa dhumaa irraan kan hafe barattoonni hafan sadan akka itti
fayyadaman ni taasifna .
Jecha barattoonni filatan akka nuuf eeran yeroo filannu akka feenetti ta’ee
jecha
filatan
sirritti
akka
isaan
dubbbisaan
ni
jajjabeessina
achis
barattoonnii hundi gara jecha barreeffameetti quba qaba irra deddeebi’anin
jechicha ni
waamu yeroo sanatti barattoonni osoo hin dhiphaatiin irra
deddeebi’uun sirna jechoota fi qubee ni gaggeessu.
Jechoota Kutaa Hedduu Qaban
Barattoonni jechoota kutaa hedduu qaban ni filu bu’uura haala jechoota
ijaaruu barattooniin jechoota kutaa hedduu qaban adda baasuuf iddoo
barbaachisutti sarara fayyadamuun jecha kutaa hedduu qaba adda baasu
Fkn Gamnagamnee
Gam-na-gam-ne
Kutaalee jechoota adda baasuuf barattoonni
 Jechicha ni dhageeffatu
 Jechicha gamtaadhaan ni waamu
 Baay’ina kutaa jechoota harkaan qabanii akka lakkaa’an ni taasifama
 Himoota jechichaan ijaarame ni dhaga’u Fkn qamaleen gamnagamneehda.
 Ammas jechicha dabalanii ni waamu
 Irra deebi’uun bayy’ina kutaalee jechicha rukuttaa harka isaanitiin ni
lakkaa’u
 Kutaaleen jechichaa iddoo adda ba’uutti
 Sagalee kutaalee jechicha waamaa qofa qofaatti ni barreessu

jecha sirri sararaa irratti barreessan ni barreessuu
 Sirreeffama himoota qubee dogoggora kennuuf yeroo barbaachisuu ofii
isaanii sirreessuu akka danda’an jajjabeessuu
 Adeemsii kun barattoonni
jechoota har’aa akka beekan jechootaas akka
addaan baasan, beekumsa sirna qubeewwaniin akka cimsaatan ni taasiisa .
Jechoota gocha ibsaan barsiisuun gaaluumsaa jechoota durdubaan jecha
keessatti agasiisuun ni danda’ama jechoota bayy’isuuf dubaachiftoota lama
A fi U fayyadamana
Fkn inni nyaate fi nyaattee jechoota jedhaan keessatti dubaachiftoonni te fi
tte
-Isheen nyaatte
-Isaanii nyaataani nyataan jecha jedhu keessatti maxxaattuun ni jettuu
ilaalchisee Oromiffaa keessatti Ootaa,Lee waani fayyadamuni bayy’inaa
jechoota barsiisuun ni danda’ama .
Fkn: Haabaaboo haababoowwani
Dubartii dubartootaa
Dhiiraa Dhiirootaa
Guddaa Gurguddootaa
Sirreeffama dhuunfa
Barattoonni
yeroo
barreessani
dogoggora
sirna
qubee
umu
isaanii
hubaachudhaan dogoggora isaanii ni sirreessu. Gabatee gurraacha irratti
yeroo shakalaan
sirna qubee jechoota barreessan akka waamaan
gaafachuu
Fkn Haababoo barreessuuf haabaasan jedhaani yoo barreessani haabaasan
jecha jedhuu akka waamaan taasiisuu achii jecha biroo yeroo kennuu sirna
qubee dogoggoru isaanii sagaalee baasaniin ni beekuu qubeewwani afaan
Oromoo fayyadamuu keessatti jechoonni isaanii tokko ta’ee bifti isaanii fi
gaaluumsii isaanii barattoota ni rakkisa
Fkn Nama haqaa Namaa haqaa
Aadaa
Kun
Aadaa
yeroo
ta’uutti
qubee
sirri
galumsaa
sirrin
akka
barreeffamnif
sirreeffama kennuu
Barattoonni jecha isaaniif kenname sagaalee sirridhaan ni waamu
Haa ta’uu malee yeroo barreessani qubeewwani jijjiruun sirna qubeewwani
ni Uumu
Fakenya qarshii jedhaani barreessuuf qurchii jechaani ni barreessuu yeroo
akkas kallatti sirri agasiisuunu barbaachisaadha.
Hordoofii
Barattooni dandeettin sirna qubeewwani gabaachuu isaa ilaaluuf yeroo
yerootti
kutaa
keessatti
ta’ee
barruulee
isaanii
irratti
barreeffama
sirna
qubeewwani
barreessan ilaaluun hubaachuun ni danda’ama
Shakaalii sirna qubeewwani manatti
Maatiin
daa’immaan
isaanii
haala
gahaa
ta’een
shakaasiisuuf yoo barbaadani ijoollee isaanii kutaa isaanii barataanni
dhufaani barsiisaan akkami akka barsiisuu maala akkamii akka ta’ee kan
gochun Maatiiwwan karaa salphaa ta’een hubaachuun isaan dandeessiisa
Boocaa, hundeeffama fi saraara afaani
afaan irraa gara barreeffamatti
Kayyoo
Kayyoo barreeffama bocaa, gosa afaanii irraa ykn hundeeffama fi saraara
isaa guddisuuf suraa kaasitoonni fi barreessitoonni
yeroo hojii isaanii
guddisan waliin walii fakkataadha. Hundumtuu akka modeelaa gariitti
fakkeenya
itti
fayyadamaan
irra
eegaluu
itti
fufees
fakkeenyawwan
tarreeffamaan bocaa afaani fayyadamuf akka modeeloota bu’uuratti ni
fayyaduu barreeffamaf hubaannoo inni qabuu guddacha fi jabaacha ni
dhuufa jecha afaanii fayyadamuuf ijaarsa jechoota, bocaa suraa caartii
borsaa fayyadamuun olii kaasan yaaduun modeelaa barreeffa, barreeffama
madabilii fi qabxiwwaan barreeffamadha. Kayyoon inni duraa hundeeffama
fi saraara fayyadamun barreeffama walitti jiruu barreessuuf dandeettiwwan
bu’uura hubaachuuf gaabisuuf qindoomina fayyadamuuf adeemsii nu
dandeesiisuu
saraarri samuu adeemsa suraa kaasuu waliin walii
fakkeenya qaba.
Fakkeenyoota qindoomina barreeffama fi saraarootaaf ta’an
 Qindoomina barreeffama (book patterns)
 Qindoomina Walaloo (Poem patterns)
 Qindoomina Walaloo Daa’immani mana rukkutuu ( nursery heyme
patterns)
-Qindoomina faaruu (song patterns)
 Qindoomina barreeffama ittoo
mata duree qortamee waliin itti fuufaa kan ta’ee
beekumsa
duraani
irratti
argaannoo
haraa
deddeebi’udhaan barreeffama keessatti tarree
deddeebi’ani fayyadamuu fi ofitti amnu ni ijaara
irratti
kan
cimee
jecha fayyadamu jechoota
Bocaa Afaani Gaabisuu
Itti fuufaan kan jiraani qindoomin barreeffama fi saraarii sirna barreeffama
guddisuuf kan gargaran duraa dubaan dhiyaataniru.
Dubii Afaani (barreeffama duraa)
-
Gareedhaan yaada madisisuun
-
Lama ta’ani yaada madisisuu
-
Beekuma duraa babalisuu
-
Jechoota wal-fakkeenya qaban ykn yaadolee wallitti fiduu
-
Wantootaa, surawaan chaartiwaani fi kkf obsaan ilaalu.
-
Waantootaa surawaanii fi kkf obsaan ergaa dhageefatanii booda baratootni
gaafii isaanii ni madiisiisuu
-
Jechoota afaaniin qindeessu himootaa guutuu ta’aan akka qinda’aan
taasiisuu
Seensaa barreeffama
-
Armaan olitti jechaan kan ibsamaan jechoonii fi himoonii gabaatee
gurachaa irratti ni barreeffamu.
-
Yeeroo dursaa barreeffamaa keessatti yoo dhihaataan yaadooleen yaadaa
mumee irratti hidhamuun himooni akka hundaan taasiisuu.
-
Walaloowaan, farfaanootaa kitaaboolee fi kaneen biro kana waliin waliitti
dhufeenyaa qaban. Dubiisuun dhageefachuu fi wal fakkeessuu.
-
Himaa barreessuuf kitaabolee fayidaa qaban dubbisuu.
Kaartaa suuraa
Seenaa dhugaa irratti kan hundaa’an moodeelaa yaada dhiheessuu irratti
kan hunda’aan fakkeenyaa masoobii nyaata itti dhiyeessan barattoonni 2-4
ta’an waliin ta’anii suuraa ni kaasuu
-
Bocaa hojjeetamu hojii isaa dubisuu
-
Himoota bocaa waliin wal-qunnamsiisuu
-
Barreeffama duraa ykn afaan walii qunnaamsiisuu
-
Boca suuraa hojjii isaa akka madaatti fayyadamu
-
Bocaa suuraa hojii isaa maxxansuu
-
Barattoonni hojiin isaanii maxxaffamee yeroo ilaalan mirri kan kootti
jedhuu isaanitti dhaga’ama . hojjiwwaan isaanii akka walii madalaan ni
taasiffama
-
Bocaa suuraa fayyadamu fulduratti hojii barreeffama
yeroo taasisaanitti
bu’uura kan ta’an adeemsa barreeffama fi malloota isaa akka isaan
guddisaan ni taasiisa .
Kaardiiwwani Jechoota
-
Barattoonni dhuunfa fi gareen ta’ani kaardiiwwani jechoota ni qopheessuu
kunis barattoonni jechoota kardii irratti barreessuun achis suuraa jechichi
uumu barreessuun ykn suuraan deebisee jechaa waliin walitti dhufeenya in
qabu agasiisuun raawwachuu ni danda’a .
-
Qubeedhaan dandeetti duraa dubaa akka barataan adeemsa taasisuu
kanaan biroos adeemsa isaa akka shakaalani ni dandeesisaa
kayyoo
kanaafis duraa dubaan saraaran ka’uu ni danda’ama.
-
Marii bal’aa taasisuun qooqqodisaa fayyadamun ni danda’ama kunis
wantoonni
walii
fakeenya
fi
adda
addummaan
qoodamani
akka
ramadamani fi galmaa’an achis mata duree waliin kan ta’ee akka kennamuf
taasisuu hamaata
Fkn bineessa bosonaa fi bineessa mana ramadii isaanitiin ka’uu
-
Kardii jechoota boca suura waliin qindeessuu ni danda’u kunis galmee
jechoota
suuraa
dhiyeessuu
waliin
haala
wal
fakkeenya
qabun
raawwachuudha.
-
Beekumsa sirna jechoota isaanii gabiisuuf idileedhaan dandeetti afaanii
isaanii guddisuu bifaa danda’un haasa afaanii taasisuu
Kaartaa Borsaa(poket chart) Fayyadamuun Barreeffama Hojii irra
Olchuu
Barreeffama alaa irratti dabalataan jechuun kaartaa borsaa irra jiraan
fayyadamun hojii barreeffama hojii irra olchuu kan gochuuf kardiiwwani
jechoota bocaa hima fayyadamun namoota kutaa keessa jiraan hunda ykn
gara tokkon barattoota hirmaachisuuf kan qophee tarree jechoota boca
hima akka isaan hordofaan ilaalchisuu haalii dhiyeessuu kun kanneen itti
aanani jiraan ni hamataa
-
Kana dura duddubii afaanii isaanii guddisuuf
iti fayyadama kan turaan
namoota, farfannaa kaartaawwani suuraa dubisuu fi kkf himoota jijjiruu.
-
Barattoonni kaartaawwani jecha kaartaa borsaa waliin fayyadamu.
-
Barattoonni kaartaa borsaa fayyadamuun hirmaan ho’aa taasiisu.
-
Tokko tokkon jechoota erga itti fayyadamneen booda himoota ijaaraman
wal-qabsiisuuf bifa sirri ta’een faaruu fayyadamu
-
Barattoonni gara barreeffama mummeetti osoo galiin dura kaartaa borsaa
irra waan jiruuf afaani isaanittiin akka irratti hojjetani ni taasiifama kunis
kan raawwatamu barattoonni kutaa hundii ykn gareedhaan qindeessuun
himoota kennuuf himoota ijaaruun jechoota hojii irra oluu kan qabatee
kardii fayyadamudha. Malli kun kan hamaattuu
•
Afaanii dubbi guddisuuf himoota guutu ta’an irrati shakalaa gochuun dura
jijjirama himoota fi kaartaawwan dhunfaa ilaaluun himoota guutu ijaaruun
dura faruudhan sirna shakaluu qindeessu
•
Barattoonni jechoota kaartee borsaa keessa jiraan garee hunda waliin
fayyadamu
•
•
Barattoonni kaartaa borsa sirritti hojjeechuu
Tokko tokkon jechoota hojii irra erga ooleen booda himoota idileedhaan irra
deddeebi’ani akka waaman taasiisuu .
•
Dandeetiiwwan cimuu qaban
Idilee-filtaamani akka dagaggaani dandeetiiwwan irratti hojetama jiraan
Idilee- kan hin taanee kaartaan borsa haala hojjetamaa jiruun gosa
dandeetiiwwani
Sagaalee dhaga’un barreeffama milkaa’u
Barsiisaan kitaabaa barattootaf mallattoodhaan ni agasiisaa feedhii fi
cimaan ol’aanaa agaasiisuun hubannoo akka jiraatuu taasiisuun fayidaa
qabeessadh. Calqabaa irratti barattoonni waraqa ittin hojjeetaan barsiisa
birtti akka walitti qabamu gochuun fayidaa qaba. Kunis barattoonni
barsiisan waraqalee wal-fakeenya qabaniif wantoota akka itti fayyadamu
ilaaluun isaanis akka beekaniif caraa ni uuma
Kunis gosti barreeffama hiratee argamu kan inni qaqqabsiisuu
•
Barattoota fuldura ykn gidduu ta’ee yeroo barreeffamu sagaalee ol kaasani
harkisuu
•
Wantoota kutaa keessati argaman fayyadamuuf yaaluu fkn kaartaawwan
irra deddeebi’an hojii irra kan olaan tarree jechoota 100,kardiwwan jechoota
kaartaawwan borsa
•
Sagalee ol kaasan harkisuuf murteessuu,dogoggora sirreessu
•
Barreeffama barreeffame irra deddeebi’un dubisuu
•
Makaanisii fi istracheri
Barattoonni hudduun barsiisaan seenaa isaanii irratti fulduraa dhabatee
osoo hojjeecha jiruu yaada isaani bifa idilee hin taaneen fudhaachuu ni
danda’u waan ta’eef yeroo barreeffamutti yaada funaanuun barreessan
akkamitti akka yaaduuf akka barreessuu modeelaa ta’uu ni danda’a irra
caalan barattoota barreessan akkami akka yaaduuf akkamitti akka
barreessu yeroo ilaalan yeroo duratiif
Waliin Barreessuu
Barattoonni seena mata isaanii ni barreessuu bay’een isaani hundeeffama
himoota modeela isaa itti fayyadamu isaan kan immoo sirna barreeffama
mata isanii fayyadamun gara fuula duratti muxxannoo barreeffama kan
ta’uu modeela ni madiisisuu
•
Barreeffama deegaruuf wantoota kuta keessa jiran fayyadamu
•
Duradubaan ykn galmee jechoota adda addaa irra deddeebiin fayidaa irra
kan olaan jechoota 100 kan qabatee galmee jechoota gudda
•
Waliin ta’ani ykn garee xiqaadhaan kaartaa qophaa’e fayyadamu
•
Modeeliidhaaf kan bocaame kaartaa borsa
•
Kitaaboolee garee
•
Galmee jechoota suuraa fi galmee jechoota
•
Garee xiqaa waliin ta’uudhaan hojjeechuuf yeroo hojii dhuunfa kennamu
•
Editing yeroo jalqabatiif qabiyyee irratti
Mata duree
•
Qo’annoo hawaasa fi sayinsi
•
Asoosamaa fi Asoosama kan hin taanee
•
Barattoonnta kutaa mana barumsa ykn hawaasa naannnoo
Maddoonni
kan
haammatan
kitaabolee
baarulleewwanii
intreneetiif mallattoo
•
Maddoota kutaa keessatti ibsaman
•
Duraa dubaa qubeetiin kan kaa’aman ykn galmeewwaxn jechoota adda
addaa
•
Irra deddeebiin hojii irra kan oolan jechoota 100 kan qabu galmee guddaa
•
Yeroo dhohoo kan qoratamaan irra deebiin hojii irra kan oolaa jechoota kan
qabatee kaa’ii guddaa
•
Lama lamaan ykn garuudhaan kaartaawwwan hojjeetaman
•
Modeeloota boocamanif adeemsa qabate kaartaa barsaa
•
Kitaabolee garaa fi kitaabolee yaada
Galmee jechoota suuraan ibsaaman dabalataan meeshaalee
(wantoota)
•
Idileedhaan wantoota hubataman qorannoowwan fi ilaalchota galmeessuuf
kan gargaaran galmeewwan yaanni itti kennamu .
•
Ilaalcha waligalaa fi jechoota galmeessuuf kan gargaaru kitaaba garee
•
Ga’umsa dubbiitiif jechoota kitaaba fakkeessuuf kan gargaaru jijjirama
himoota
•
Sagalee qubee dabalatee duuba mallattoowwanii fi adeemsa qorachuuf
shakala yeroo yeroo garee
Guyya guyyaadhaan
•
Akka irra deddeebi’uu gochuu
•
Irra deeddeebi’uu
•
Qubee
•
Kitaaba
•
Faaruu
Dabalataan
•
Hiphoowwaan walaloo barattoonni wal;aloowwa shaakalan jechoota keessa
isaaxni jiru walitti fiduun hojii isaanii akka dhiyeessan gochaa kitaabaaf
oolchuu
•
Seenaawwan barachuuf kitaabolee sagaleen deeggarame fayyadamu
•
Callisaan dubbisuu
•
Halliin barreessuu ibsa yaada wal-qixaa tiif akka oolu taasisuuf
Fakenya
Haala
barreeffamaa
fi
Duraaduubaa Galumsaa
Haallii
barreeffamaa
dura
duubummaa
isaa
eeggateen
gabbisuun
barattoonni osoo hin dhiphatiin himoota akka ijaaraniif isaan gargaara
haala barreeffamaa duraa dubummaa qabu
 Yaada duraa dubummaan ibsuuf
 Ijoon kan argaman fayyadamuuf
 Irraa deebii gamtaa taasiisuuf
 Jechoota ijaaruuf k.k.f. ni gargaara
 Maalii kun barattoonni jechoota dubbiisuu ta’ee bareeffama keessatti
duraadubummaa isaanii eeggatani akka itti fayyadamanif ni gargaara.
Haala galumsa
duraa duubummaatti kan fayyadamnuuf kaayyoon
guddaan barattoonni barreeffama gaarii akka barreessan taasiisuudhaaf
Fakenya: Ani ____________ Jaalladha (burtukaana,muzii)
Ani ___________
Ani __________
nan jaalladha (barachu dubbisu)
nana jaalladha (kubbaa, teenis)
Ani ____________ waliin nan jaalladha.
Ani _____________ tokko qaba (qarshii Ashaagulliti)
Ani ____________ laman qaba (qarshiwwan Ashaangulitiwwan)
Guyyaa duraa ______________
Guyyaa itti aanu
Guyyaa calqabaa qilleensi osoo qilleensa’u ________ arge
Guyyaa itti aanu qilleen _______ osoo qilleensa’u arge
Guyyaa calqaba ___________ ture
Guyyaa itti aanu ________ turani
Gaafa sanbataa __________ gara ___________ deeme
Gaafa wixataa ___________gara ___________ deebi’e
Xalayaa(barreesse, barreessi barreessite barreessani)
Xalayaa gaafa _______n barreesse
Xalayaa __________ waliin barreesse
Xalayaa _________ irrattan barreesse
Haala hundeessuu himoota duraa duubummaa eeggata adda baasuuf
dursee mata duree tokko irratti garagarummaa jechootaa diriirsuun
Fkn
(tarree
maqaa
bineensotaa)
achis
barreeffamaa itti aanu fayyadamuun
Fkn As
Achi
Adurree
Adurree
Iddoo hundumaa Adurree
As _________ ture
Achi _________
Iddoo hundumaa ____________,___________
sirrate
hima
ijaaruuf
haala