kabaja guyyaa wbo gaafa amajjii 10, 2015

KABAJA GUYYAA WBO
GAAFA AMAJJII 10, 2015
BIYYA NETHERLAND, MAGAALAA AMSTERDAMITTI
BIFA ADDAAN KABAJAMA
TEESSOO: Wijnand Nuijenstraat 1, Amsterdam
. Cetral station irraa bus 18 (richting Slotervaart) qabattanii bakka Derkinderenstraat(postjesweg itti irraa
buutanii Derkinderstraat postiesweg sana qabattanii gara mirgaatti 4’ yoo deemtan Wijnand Nuijenstraat
1 argitu.
SA’AATII: 11;00 irraa eegala
SAGANTAA; HAASAWAA HOOGGANA ABO IRRAA, QOPHII ADDA ADDAA, NYAATA, DHUGAATII FI
BASHANNANA.
GUYYAAN WBO 2015, ERGA ABO KEESSATTI ARAARRI BU’EE BAKKA TOKKOTTI KAN QOPHAAWE
WAAN SEENA QABEESSAA DHA.
Hawaasni Oromoo biyya Netherland guyyaa seena qabeessa kanarratti argamtanii waliin akka
kabajnee gammadnee oollu kabajaan affeeramtaniitu.
WBOn GAACHA OROMOO HUNDAA TI!
Koree qindeessituu ayyaana WBO 2015.